Take a fresh look at your lifestyle.

Seenaa Nabi Muhammad Saw Kutaa 1ffaa

seenaa Nabi Muhammad Saw Kutaa 1ffaa Youtube
seenaa Nabi Muhammad Saw Kutaa 1ffaa Youtube

Seenaa Nabi Muhammad Saw Kutaa 1ffaa Youtube Kanaafu, karaan tokkichi nabiyyi (saw) itti jaallatanii fi hordofan seenaa isaa (siiraa) barachuudha. seenaa nabiyyii barachuu fi qo’achuu keessa, nabiyyiin abbaa manaa akkami, hogganaa akkamii, bulchaa akkamii, barsiisaa akkamii, abbaa murtii akkamii, daa’i akkami, zaahida akkamii akka ture beekna. haala fi eenyummaa keenya osoo adda hin. #nasheed #dawah #nairobi.

seenaa nabi muhammad saw kutaa 2 Youtube
seenaa nabi muhammad saw kutaa 2 Youtube

Seenaa Nabi Muhammad Saw Kutaa 2 Youtube Seenaa mi'ooytuu taarika nabi muhammed (saw) dhaggeeyfadhu khan hin dhagehiniis dhaggeeyfachiisi jazaakillah. nabi muhammad (saw) eenyu akka tehe baradhuu ba. Namni barreessedr muhammed rashaad abdullee khaadima qur'aanafii hadiisaabara 4 1 1985. Seenaan jalqabaa nuti ilmaan barsiisu qabnu, seenaa nabii muhammad (saw) dha. nabiyyiin nama hundaafu fakkeenya gaarii kan ta’an waan ta’aniif, ijoolle seenaa isaa barsiisun itti gaafatamummaa haadha fi abbaa irratti kufeedha. seenaa nabiyyii (saw) irraaa barnoota fudhachuuf, haala jireenya isaa bakka adda addaatti qoodun ni danda’ama. Barbaadu fi kan biroo baratu. kanaafi, ali bin husseen (rahimahullahu) akkana jedha: “akkuma qur’aana irraa suurah (boqonnaa) barannu duula nab. yyis (saw) barachaa turre.” ammas, ismaa’il bin muhammad bin sa’d bin abi waqqaas akkana jedha: “abbaan kiyya duulaa ergamaa rabbii (saw) nu barsi.

seenaa Nabi Muhammad S A W Kutaa 1ffaa Dr Sh muhammad Rashaad Abdullee
seenaa Nabi Muhammad S A W Kutaa 1ffaa Dr Sh muhammad Rashaad Abdullee

Seenaa Nabi Muhammad S A W Kutaa 1ffaa Dr Sh Muhammad Rashaad Abdullee Seenaan jalqabaa nuti ilmaan barsiisu qabnu, seenaa nabii muhammad (saw) dha. nabiyyiin nama hundaafu fakkeenya gaarii kan ta’an waan ta’aniif, ijoolle seenaa isaa barsiisun itti gaafatamummaa haadha fi abbaa irratti kufeedha. seenaa nabiyyii (saw) irraaa barnoota fudhachuuf, haala jireenya isaa bakka adda addaatti qoodun ni danda’ama. Barbaadu fi kan biroo baratu. kanaafi, ali bin husseen (rahimahullahu) akkana jedha: “akkuma qur’aana irraa suurah (boqonnaa) barannu duula nab. yyis (saw) barachaa turre.” ammas, ismaa’il bin muhammad bin sa’d bin abi waqqaas akkana jedha: “abbaan kiyya duulaa ergamaa rabbii (saw) nu barsi. Seenaa sahabotaa raasulaa (saw) usmaan binu affaan kutaa 1ffaa , islaamahuu usmaan binu affaan usmaan nama waa xinxaluun isaa akkaan fagoo taatee dha. sababaa kanarraa kan ka’e ummaanni makkaa siidaa ykn taabota gabbaruun isaa wallalummaa dukkana jimjim akka ta’e durumaa kaasee beeka. Siiraa (seenaa nabii muhammad (saw) kutaa 2ffaa ergamaa rabbii (saw) tti hidhachuuf seenaa isaanii (siiraa) beekun garmalee barbaachisaadha. umriin ijoollummaa nabiyyii, ijoolleef fakkeenya gaarii ta’a. umriin dargaggummaas dargaggootaaf fakkeenya gaaridha. marsaalee umrii kamirrayyuu namoota jiraniif fakkeenya gaariidha.

Comments are closed.